Qophii Addaa ONM-ABO Sadaasa 20-2025 itti dhiyaadhaa!

2 days ago
20

Miseensa Waraana Bilxiginnaa Saajin Kadijjaa Huseen Abbaa Bulguu Daandii Irratti Gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Harsadeen Dhuunfatamte! Raayyaa Ittisaa Ta'uu, Iizii Kaabaatti Ramadamuu, Achitti Booji'amuu, Lolatti Deebisuu, Tambeenitti Gatanii Baqachuu, Guyyaa Ja'a Deemtee Amaaratti Galuu, Sudaan Kibbaa Deemuu fi Hojii Amma Iizii Kibbaa Keessatti Hojjechaa Jirtu Ilaalchisuun Turtii waliin Taasisneerra. Dhaggeeffadhaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/profile.php?id=61560975402063
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/@abo-wbo651
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaada, gaaffii fi qeeqa yoo qabaattan teessoo keenya Whatsapp: +447570361431 Tel : +447570361431 Email: [email protected] nu argachuu dandeessu! Sagalee Cunqurfamtootaa!
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Loading comments...