Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Adoolessa 9-2025 itti dhiyaadhaa!

2 months ago
18

Bulchiinsi Abiy Ahimed bulchiinsa akkamiiti, ⁠ ⁠Bilxiginnaan Naannoo Oromiyaa hoo uummataaf maal gochaa jira? Wabii uummatati jechuu dandeenyaa, Bilxiginnaan akka waliigalatti garamitti deemaa jira, ⁠ ⁠Raafama Bilxiginnaan keessa jirtu kanaan akka mooraa qabsoo bilisummaa Oromootti maaltu ta'uu qaba kan jedhu ilaalchisee turtii Jaal Tsaggaayee Araarsaa waliin taasisne!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/profile.php?id=61560975402063
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://youtu.be/FkPpL5_IzQU?si=6DybAbG7F9Ox_X3z
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaada, gaaffii fi qeeqa yoo qabaattan teessoo keenya Whatsapp: +447570361431 Tel : +447570361431 Email: [email protected] nu argachuu dandeessu! Sagalee Cunqurfamtootaa!
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa

Loading comments...