Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Caamsaa 15-2025 itti dhiyaadhaa!

3 months ago
20

Hundeen qabsoo bilisummaa Oromoo maal ture, maal keessa ba'ee dhufe Akeekaa fi kaayyoon qabsichaa yeroo ammaa galma ga'eera jechuu ni dandeenyaa? Bulchiinsi Abiy Ahimed amma aangoo irra jiru kun gaaffii Oromoo akka deebisee fi mootummaan Oromoon eegu, bilisummaan jedhamus kanaan ala akka hin jirre ibsa. Mootummaa kana waanti mootummaa Oromooti nu jechisiisu, seeraanis ta'e ijaarsa isaan ni jiraa? Impaayerattiin yeroo ammaa raafamaa jirti. Rakkoon dinagdee lola geggeessuu irraa madde urgufaa jira. Sana irratti lolli impaayerattii keessaa akka dhaabbatu Abiy Ahimed fi gareen isaa maaliif hin barbaanne?, Gama Kaabaa kanaan sodaan lolli guddaan Tigraay keessatti dho'uu danda'a jedhu haqamaa paartii TPLF waliin wal qabatee ni jira. Kun bulchiinsa Abiyyiif maal ibsaa, impaayerattiis garamitti geessa?
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/profile.php?id=61560975402063
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://youtu.be/FkPpL5_IzQU?si=6DybAbG7F9Ox_X3z
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaadaa fi Qeeqa Yoo Qabaattan Toora Email Keenya bariibilisummaa103@gmail.com Nu Argachuu Dandeessu!
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Loading comments...