Premium Only Content
Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Caamsaa 14-2025 itti dhiyaadhaa!
Jireenyi Itoophiyaa maaliif hojjettootatti ulfaate, gaaffiin jireenyaa fi daabboo irra deddeebiin maaliif dhaga'amuu eegale... Impaayerattii maal keessa jiraachuu agarsiisa, Miindaan hanga dhibbentaa 300tti dabalame jedhamee dubbatamaa ture. Garuu akkuma arginu hojjettootni gaaffii qabu. Miindaa yeroo maal ta'u dabala? Maal akka jijjiiruufis dabala? Kan Itoophiyaa kunoo maal jechuu dandeenya?, Yeroo ammaa gamaagamma baatii 9n guddinni keenya 8.4 jechuun himachaa turan. Galii hedduu tiriiyoonaan walitti qabuu ibsaniiru. Guddinni impaayerattii ykn Abiy ibsu lakkoofsa moo dhuguma jireenya hawaasichaa ibsa? Yoo ni sobu ta'e maaliif barbaachise , Maddi kufaatii tokko rakkoo nageenya ta'uun ni beekama. Haalli itti Abiy Ahimed nageenya lammiilee eeguuf itti deemuu fi lolli impaayerattii keessaa qabbanaa'uu dide kun furmaata dhabe moo lolumatu furmaata jedhame? Lammiilee uummata keenya jedhan sanaaf hoo jechi uummata keenya jettu badii isaanii waliin akkamiin ifti?, Lolli impaayerattii keessatti babal'achaa jiru haalli dhaabbachuu isaatii ni mul'ataa? Hireen TPLF fi kaabni impaayerattii garamitti deema? Uummatni Oromoo hoo maal gochuu qaba
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/profile.php?id=61560975402063
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://youtu.be/FkPpL5_IzQU?si=6DybAbG7F9Ox_X3z
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaadaa fi Qeeqa Yoo Qabaattan Toora Email Keenya [email protected] Nu Argachuu Dandeessu!
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
-
12:14
ONM-ABO
19 hours agoOduu Waaree ONM-ABO Sadaasa 14-2025 itti dhiyaadhaa!
13 -
2:00:32
Badlands Media
10 hours agoOnlyLands Ep. 31
54K27 -
LIVE
The Rabble Wrangler
9 hours agoBattlefield "Deputy Games" with The Best in the West!
645 watching -
2:03:43
TimcastIRL
8 hours agoTrump Declares Antifa FOREIGN Terrorists, It Has Begun | Timcast IRL
218K94 -
Parallel 8 Media
2 hours agoFriday Night Huddle - Ep 31- Julie Donuts, Rachel & Betsy
15.8K1 -
5:03:56
Illyes Jr Gaming
13 hours agoCall Of Duty Black Ops 7 LAUNCH DAY!!!!
8.16K -
LIVE
Drew Hernandez
21 hours agoTUCKER CLASHES W/ FBI, TRUMP PUSHES EPSTEIN DISCLOSURE AFTER HOAX CLAIM & IS MEGYN KELLY IN DANGER?
1,141 watching -
LIVE
Phyxicx
3 hours agoRumble Spartans Halo Night! - HMR#20 - 11/14/2025
69 watching -
LIVE
FusedAegisTV
1 day ago*NEW F2P MMORPG, SoulsLike/Action Game // Global LAUNCH - EN Servers 🔴 FUSEDAEGIS
238 watching -
3:31:00
Barry Cunningham
7 hours agoFOOD STAMPS FRAUD | STARBUCKS BARISTAS BIG MAD | MORE NEWS (AND NO REAL ESTATE!)
78.3K28