Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Caamsaa 10-2025 Itti dhiyaadhaa!

6 months ago
17

Gaaffiin Ogeessota fayyaa maal ture? Eessaa ka'ee dhufe, Itoophiyaa / bulchiinsi Abiy Ahimed kabajaan ogeessotaaf kenna moo waraana xiyyeeffata, Diddaa uummataa maaltu dhalcha? Gaaffiin ogeessota kanaahoo daangaa jedhame Caamsaa 12tti deebii ni argataa? Yoo hin arganne garamitti deema, Ogeessotni fayyaa yoo lagannaa hojii geggeessaan maaltu ta'uuf deema? Ogeeyyii kana irratti, tajaajilamtoota irratti..., Lagannaa kanaa fi dararaa gama jireenyaa fi mirgaa Bilxiginnaan
geggeessaa jirun wal qabatee gitni hojii biroon itti makamuuf carraa akkamii qabu... Cuunfaan isaa maal fida, Walumaagalatti siyaasa Bilxiginnaan gaaffii ogeeyyoota kana gara dabarsuuf deemu dandamachuun ogeeyyiin kunis ta'e kanneen biroon maal gachuu qabu? Kallattii akkamii hordofuu qabu?
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/profile.php?id=61560975402063
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://youtu.be/FkPpL5_IzQU?si=6DybAbG7F9Ox_X3z
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaadaa fi Qeeqa Yoo Qabaattan Toora Email Keenya [email protected] Nu Argachuu Dandeessu!
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa

Loading comments...