Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Ebla 24-2025 itti dhiyaadhaa!

6 months ago
122

Ganiinsa mooraa PP, tarkaanfii WBO, rakkoo impaayerattii misooma kooriidariin dhoksuuf yaalanii fi yaaddoo lolaa impaayerattii keessaa baduu didee jedhuu ilaalchisee Maree Jaal Daandii Elemoo fi Jaal Hawwii Mahaammud waliin taasifna!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/profile.php?id=61560975402063
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://youtu.be/FkPpL5_IzQU?si=6DybAbG7F9Ox_X3z
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaadaa fi Qeeqa Yoo Qabaattan Toora Email Keenya [email protected] Nu Argachuu Dandeessu!
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Loading comments...