Qophii Addaa ONM-ABO Sadaasa 26-2024 itti dhiyaadhaa!

1 month ago
54

Ajjeechaa Sukkanneessaa Kaaba Shaggar Salaalee Dharraatti fi naannoo isheetti Mootummaa Murna Bilxiginnaan Deggerame Finxaalleeyyii Faannootin Uumaata Oromoo irraatti Rawwaacha jiru ilaalchisuun maree Koree Qindeesituu Sagaantichaa Jaal Baayyuu, Jaal Feizeh Ahimed fi Jaal Daa'oo Sabaa waliin maree taasifne!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Loading comments...