Qophii Dilbii Dilbataa ONM-ABO Sadaasa 10-2024 itti dhiyaadhaa!

8 months ago
49

Ajjeechaa fi Dararaa Oromiyaa keessatti itti fufe, Eebbaa WBO, Yaadannoo FDG fi Haasaa Hoggantoota WBO, Rakkoo Impaayerattii fi Gaanfa Afrikaa ilaalchisuun maree Jaal Niimoonaa Sabaa fi Daandii Elemoo waliin taasisan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Loading comments...