Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Adoolessa 25-2024 itti dhiyaadhaa!

11 months ago
53

Haala Oromiyaa, Caffee fi Labsii Lolaa, Mormitotaa fi Abiy Ahimed fi gaanfa Afrikaa irratti maree Jaal Niimoonaa Sabaa fi Daandii Elemoo waliin taasisan!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa

Loading comments...