Dubbii Aduu Jala

3 days ago
10

11 Ammas aduu jalatti waan tokko nan arge; innis isa fiiganii nama dura darbuu dadhaban, lolanii mo'uu dadhaban, ogeessa ta'anii buddeena dhaban, afchaala ta'anii sooromuu dadhaban, waa hojjechuu utuma beekanii jajamuu dadhabanii dha; isaan kana hundumaattis yeroon tokkichii fi wanti tokkichi in dhufa.

12 Namni yeroo kamitti maal akka itti dhufu beeku hin jiru; akka qurxummoonni kiyyootti galanii qabamanitti, akka simbirroonni jigoo jala lixanii qabamanittis, akkasuma ilmaan namootaa yeroo hamaa isa dingata isaan irratti lafa dha'uun in qabamu.

Lallaba 9:11-12

Loading comments...