Qophii Dilbii Dilbataa ONM-ABO Waxabajjii 23-2924 itti dhiyaadhaa!

1 year ago
42

Haala Oromiyaa keessaa,Taarkaanfii WBO ,Kabaaja ayyaana hundeefama ONM-ABO waggaa 4ffaa,Wixinee Laabsii qabeenya deebisuu fi Taaksii Dabalata qabeenya manni maree bakka Bu'oota ummaata raggasise ,Holola pp ashaaraa magariisaa fi Samichaa qabeenya ,Rakkoo Impaayiraatti fi Haala Ganfa Afrikaa irraatti turti jaal Naatoo Lammii fi Jaal Niimoonaa sabaa waliin taasifne,
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa

Loading comments...