June 17, 2024

8 months ago
68

Qophii Dilbii dilbataa ONM-ABO Waxabajjii 17-2024 itti dhiyaadhaa! Dhimmoota dhiittaa mirga namoomaa Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru, tarkaanfii Waraanni Bilisummaa Oromo fudhachaa jiru, marii biyyooleessaa PP fi Haqa yeroo Ce'umsaa wixinee PPn qopheeffatee jiruu fi saamicha qabeenya Humna nageenyaan Impaayirattii keessatti raawwatamaa jiru kaafnee marii taasifneerra. Hanga xumura sagantaa keenyaatti nu hordofaa
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa

Loading comments...