Qophii Addaa ONM-ABO Caamsaa 13-2024 itti dhiyaadhaa!

4 months ago
97

Booi'amtoota Waraana sirnaa Faashistii PP lola guyyaa kalleessaa Caamsaa 12-2024 Godina kibba lixa shaggaar Aanaa tolee gandoota sadii keessatti Gootichi waraana Bilisummaa Oromoo geggeesseen qabaman qabaannee dhiyaanne jirra itti dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa!

Loading comments...