𝐆𝐀𝐁𝐀𝐀𝐒𝐀 𝐀𝐃𝐃𝐀𝐀 Guyyaa Gootota Oromoo fi Yaadannoo J/Battee Urgeessaa-Konyaa ABO Winnipeg

Streamed on:
20

𝐆𝐀𝐁𝐀𝐀𝐒𝐀 𝐀𝐃𝐃𝐀𝐀(𝐌𝐢𝐢𝐥𝐭𝐨𝐨 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐄𝐛𝐥𝐚 𝟏𝟕, 𝟐𝟎𝟐𝟒)
Konyaan ABO Winnipegi fi Hawaasni Gaaddisa Oromoo Manitoobaa kan biyya Kanaadaa, Guyyaa Gootota Oromoo fi Yaadannoo J/Battee Urgeessaa Ebla 14, 2024 gaggeessan.

Loading comments...