𝐄𝐛𝐥𝐚 𝟏𝟓 Guyyaa Gootota Oromoo irratti Haasaa 𝐇𝐃𝐧 𝐀𝐁𝐎 𝐉/𝐃𝐚𝐚𝐰𝐮𝐝 𝐈𝐛𝐬𝐚𝐚

Streamed on:
7

𝐄𝐛𝐥𝐚 𝟏𝟓 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐭𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐚𝐫𝐞𝐞𝐠𝐚𝐦𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 barana waggaa 39ffaadhaf toora qunnamtii Zuumii(ZOOM)tiin Ebla 15, 2024 bakka hogganootni, qondaalotni fi miseensotni dhaabaa irraa qooda fudhatanitti kabajame irratti 𝐇𝐃𝐧 𝐀𝐁𝐎 𝐉/𝐃𝐚𝐚𝐰𝐮𝐝 𝐈𝐛𝐬𝐚𝐚 haasaa taasisaniin booda dhaamsa dabarsaniiru. Gaaffilee guyyichaa fi waliigala QBO ilaallataniifis ibsaa laataniiru.

Loading comments...