Qophii Humna Weelluu ONM-ABO Bitootessa 12,2024torbaaniti yeroo tokko darbuu itti dhiyaadhaa!

1 year ago
110

Qophii kanaan weelluuwwan warraaqsaa durii fi ammaa akkasumas seenaa fi haala weellistoota Oromoo fi bu'aa isaan Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti buusan isiniif kaasaa weelluu isaanii isin afeerra.Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa!

Loading comments...