Qophii Addaa Guraandhala 25-2024 itti Dhiyaadhaa!

1 year ago
119

Haala Oromiyaa, Koree Ajjeechaa Bilxiginnaa, Maree namoota maqaa Oromoon Abiy Ahimed waame waliin taasise, dhimma Tigraay fi Itoophiyaa irratti Jaal Naatoo Lammii fi Jaal Niimoonaa Fayisaa waliin goone.
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa!

Loading comments...