ODUU MIILTOO DHUGAA(Gurraandhala 9, 2024)

5 months ago
7

ODUU MIILTOO DHUGAA(Tamsaasa Kallattii)

-Godina Lixa Wallaggaa fi Baha Arsiitti Humnootni PP Lammiilee Fayyaaleyyii Ajjeesan

-Baha Shaggar Ona Booraatti bilxiginnaan leellistoota finxaaleeyyii Amaaraa leenjisee Ummatattti Bobbaase

-Harargee Lixaa magaalaa Hirnaati fi naannichatti ummatni maqaa WBO waliin hidhata qabdu jedhuun hidhaa fi dararaa mudataa jira

-Ajjeechaan Naannoo Amaaraa magaalaa Meraawiitti raawwate qaama walabaan qoratamee, yakkamtootni akka seeraaf dhiyaatan Ameerikaan Gaafatte

-Somaaliyaa fi Turkiin waliigaltee waraanaa mallatteessan

Loading comments...