Mootummaan Bilxiginnaa PPn lammiilee Oromoo ajjeesuu fi hidhuu hammeessee itti fufe

1 year ago
50

Sagantaa keenya harraa keessatti murni Itiyoophiyaa keessatti aangoo of harkaa qabu Bilxiginnaa/PPn lammiilee Oromoo Harargheetii hanga Lixa Oromiyaatti hammeessee ajjeesuu itti fufuun walqabatee oduu arganne qabannee jira

Turtiin keessan nu waliin haa tahuun afeerraa keenya.

#Oromiyaa #Oromoo #PP #Bilxiinnaa #ABOWBO #Oduu

Loading comments...