Tamsaasa harraa irratti diinotni Oromoo vidiyoo haraamuu gadhiisan ilaalchisee dhiifama gaafanna

1 year ago
29

Sagantaa keenya harraa irratti diinotni Oromoo zoom barnooti Sirna Gadaa irratti kennamaa ture butuun vidiyoo haraamuu waan gadhiisaniif haqnee jirra.

Dogogora uumameef hordoftoota keenya dhiifama guddaa gaafanna.

Yakka kana kan hojjetu ergamtoota Bilxiginnaa ykn leellitoota sirna habashaa akka tahan tilmaamna.

Kampaniin Zoom akka qoratu gabaafna.

Kabajaa Wajjin!

FNN

Loading 1 comment...