Haala Oromiyaa keessa jiru | Sochii WBO | Miidhama uummataa

9 months ago
18

Haala Oromiyaan keessa jiru ilaalchisuun sagantaa gabaabaa qabna. Lola ABO-WBO fi humnoota mootummaa gidduutti jiru ilaalchisee gabaasa qabna. Akkasumas dhibee busaa/biinnii fi beelaan lammiilee hubamaa jiran ilaalchiises waan jennu qabna.

Boru sa'a 7akka biyyaatti 6AM akka DC 3AM Seattle tii qabee tumsa ABO-WBO tu itti fufa. Hirmaachuuf massansa asii gadii rukutaa:
https://us02web.zoom.us/j/84652590034?pwd=Y1lBSzZSNUwvVG1xMUowbmh2YlNodz09
Passcode: 450088

#Oduu #Oromiyaa #Oromoo #ABOWBO #WBO #Oromia

Loading comments...