IRREECHA, 2023 | SEATTLE, WA, USA

1 year ago
3

Sagantaa keenya harraa keessatti kabaja Irreecha bara 2023 kan magaalaa Seattle, USA itti gaggeeffame qabannee jirra. Irreechi irree keenya. Irreechi aadaa keenya, tokkummaa keenya, Irreechi angafa aadaa Oromooti.

#Irreecha #Oromo #Oromia #Seattle #WA

Loading comments...