Loli Amara Lola Oromoo Miti

1 year ago
169

Deebii gaaffii kana kennuudhaaf jalqaba gaaffiilee tokko tokko ofi gaafachuu qabinaa.
1. Lola Tigray irra ti loli Amara qajeelaadha?
2. Lola saba Tigray lolaa qajeelaa dha?
3. Loli kun saba Oromoo fuula fuulatti ni ilaalaa immo hin ilaaluu?
4. Loli kun gara kamitti deemaa?
5. Oromoon maal gochuu hin qabuu?
6. Oromoon maal gochuu qaba?
7. Kanaafuu dhaamsi koo akka lamii Oromoo tokko ti isaan kana

Loading comments...